LibreOffice 25.2 Help
Teessuma fuula eerga saxaxatte booda, isa irratti hundaa'uun akkaataa fuula uumuu nidandessa.
Fakkeenyaaf, akkaataa fuulaa isa irraantoo addayaa, fi akkaataa fuulaa kabiroo isa irraantoo adda addaa agarasiissuu uumuu nidandeessa.
Open a new text document, choose View - Styles, and then click the Page Styles icon.
Click the Styles actions icon and select New Style from Selection from the submenu.
Sanduuqa
irratti maqaa fuula barreessi, kana booda cuqaasi.Fuula ammaa irratti akkaataa fayyadamuuf, tarree keessaa maqaa irra lam-cuqaasi.
Choose Insert - Header and Footer - Header, and choose the new page style from the list.
Irraantoo irratti barruu barbaaduu barreessii. Irraantoo ala naannoo barruu guddaa keessatti qaree qubachiissi.
Choose
.In the
area, select and then select “Default Page Style” from the box.Maamiloo lammaffaa irraantoo garagara Akkaataa fuula waliin uumuuf ejjatoo 2-6 irradeebi'i.