Gabatee Gamaa-gamana Herregi

Galmee barruu irratti gabatee tokko chala gamaa-gamana giddu lamaani herrega kolachuu nidandessa.

  1. Galmee barruu bani, gabatee lama saagi, kana booda gabatee lamanu irratti man'ee murasatti lakkoofsa barreessi.

  2. Gabatee tokko keesatti man'ee issa duwwaa irratti cuqaasi.

  3. F2 Dhibii

  4. Foormuulaa Kabalaa, faankishinii hojjechuu barbaadde galchi fakkeenyaaf, =SUM.

  5. Man'ee wara lakkoofsa offkeessatti qabaan cuqaasi, mallattoo idaatii (+) dhibii, kana booda man'ee garagaratti lakkoofsa offkeessatti qabattan cuqaasi.

  6. Galchi Dhibii.

Please support us!