LibreOffice 7.6 Help
Foormulaa irratti dalaga durmurtaawaa fayyadamuu nidandessa, kana booda galmee barruu irratti bu'aa herrega saagi.
Fakkeenyaaf, gatii jiddugalee kan lakkoofsa sadii herreguf kan kannan gadi godhi:
Galmee kessatti iddoo foormulaa saagu barbaadutti cuqaasi, kana booda F2 dhibii.
sajoo
cuqaasi, itti aansuun "Gidduu gala" tarree faankishinoota xiinannoo irraa filadhu.Lakkoofsa issa sadii wara haxaaroo sarjaan |) gargarba'aan barreessi,
Enter Dhibii. Bu'aan akka dirree galmetti saagama.
Foormulaa gulaaluf, galmee dirree irratti lama cuqaasi.