LibreOffice 24.8 Help
Choose Table - Insert Table, and insert a table with one column and more than one row into a text document.
Tarjaan man'ee tokkoon tokoo kessatti lakkoofsa barreessi, haa ta'u male tarjaan man'ee issa dhumaa duwwaa dhiissi.
Tarjaan man'ee isa dhumaa irratti qaree ka'i, kana booda sajoo
The mul'ata
Man'ee jalqabaa kan walfaannee isa xumuruudhaaf barbaaddu cuqaasitii, man'ee xumraatti harkisi, kana booda gad dhiisi.
LibreOffice foormulaa saaga.
Galchi dhibii, ykn kabala foormulaa irratti Fayyadami cuqaasi.
Gattin ida'ama tarjaa ammee man'ee kessatti gaala.
Tarjaa irratti yoo lakkoofsa eessa iyyuu galchitte, ida'aman man'ee tarjaa issa dhumatti yammu cuqaastu haaromsa.
Akkassumas, lakkoofsa ida'ama taree hatataaman herregu nidandessa.