Galmee Barruu keessatti herregu

Herrega, suduudan galmee barruu ykn gabatee barruu irratti saagu nidandessa.

  1. Galmee kessatti iddoo herrega saagu barbaadutti cuqaasi, kana booda F2 dhiibi. Yoo man'ee gabatee kessaa jiratte mallattoo qixxee = barreessi.

  2. Herrega saagu barbaadu barreessi, fakkeenyaaf, =10000/12, itti aansuun Galchi dhiibi.

Dabalataanis Foormulaa sajoo Kabala Foormulaa irratti, fi itti aansuun foormulaa keetiif faankishinii filadhu.

note

Gara man'ee wabiitti gabatee barruu barreessi, teessoo man'ee ykn hangii man'ee golboota kofaan marsuu nidandessa. Fakkeenyaaf man'ee wabii A1 irratti gara man'ee kabiroo, man'eetti =<A1> galchi.


Cell Entries that Start with Equal Sign (=)

To make a table cell entry that starts with = sign, first enter a space, then the = sign, and then delete the space.

Please support us!