LibreOffice 25.2 Help
Barreessaa keessatti, Fuuloota mata mataa ossoo hintaane, haalataa fuulaatiif handaaraa qindeessu nidandessa. Wantii ati keekuu qabdu, handaara irratti jijjiirraan tahe marii, fuuloota warra akkaataa fuulaa walfakkaatan fayyadaman mara irratti fayyada. Wantii ati beekuu qabdu, jijjiirraan akkaataan fuulaa LibreOffice irratti gaabbiidhaan hojeetamuu hindanda'u.
Choose Format - Page Style - Borders.
Naannoo Durtii keessatti akkaataalee handaaraa durtii tokko fili.
Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.
Select the distance between the border lines and the page contents in the Padding area. You can only change distances to edges that have a border line defined.
Jijjiirraa Fayyadamuuf, Tole cuqaasi.
Choose Format - Page Style - Borders.
Naannoo Hiika Fayyadamaa irratti teessuma waliinii qarqaraawwan warra akka mul'atu barbaaddu fili. Filannoon qarqaraa akka ceetuuf durargii qarqaraa keessa cuqaasi.
Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.
Qarqara handaaraa hundaafuu, ejjatoota dhuma lachan irradeebi'i.
Select the distance between the border lines and the page contents in the Padding area. You can only change distances to edges that have a border line defined.
Jijjiirraa Fayyadamuuf, Tole cuqaasi.