LibreOffice 25.2 Help
Barreessaa LibreOffice kessatti, barruu - saxaatoo, gabateewwan, fi dirreewwan, akka BarruuUfmaatti of keessaa qabutti kuusuu, kunis, booda barruu hatataaman saaguu nidandeessa. Yoo barbaaddees, barruu dhangeefame kuusuu nidandeessa.
Barruu, barruu saxaatoo waliin, gabatee, fi dirree akka galfata BarruuUfmaatti akka olkaa'u barbaaddu filadhu. Saxxaatoon kan kuusamuu, yoo akka arfiitti korkoddeefame, akkasumas yoo xinnaate arfii barruu tokkoon durfame fi itti aanameedha.
fili.
Akaakuu, bakka itti BarruuUfmaa kuusuudhaaf barbaaddu fili.
Maqaa arfiilee afur ol dheerattu barreessi. Kunis dirqalaa BarruuUfmaa Yeroo barreestu maqaa hafee yaadni dhiyaatu akka agarsiisuu siif hayyama. Yoo barbaadde, qaxxaamura ka'umsaa fooyyessuu nidandessa.
Qabduu BarruuUfmaa cuqaasi, booda Haaraa fili.
Qabduu Cufi cuqaasi
Galfata Baruu Ufmaa galmmetti iddoo saagu barbaaduu cuqaasi
BarruuUfmaa - Gulaali Fili.
BarruuUfmaa saagu barbaadu filadhu, sana booda
cuqaasi.Galfata BarruuUfmaaf qaxxaamura barreessu nidandessa, booda F3 cuqaasi, yookan Kabala
sajoo irratti >, xiyya ittiaanutti cuqaasi.Hatataaman LibreOffice foormulaa herrega galchuuf, fn barreessitee booda F3 cuqaasi. Yoo foormulaa tokko chala saagde, foormulaan tartiiban lakkaawwaa. barruu akkessa saaguuf, dt barreessitee booda F3 cuqaasi
Meeshaalee - Maakroota - Maakroota Qindeessi - LibreOffice Basic Fili.
In the Macro from tree control, select Application Macros - Gimmicks - AutoText.
Select "Main" in the Existing macros in: AutoText list and then click Run. A list of the current AutoText entries is generated in a separate text document.
Faayilii - Maxxansii
Cimdaa irratti galeeloo garagaratti BarruuUfmaa Olkaa'u nidandessa
Fakkeenyaaf, galfata Barrruu Ufmaa "Dubbisuu-qofa" taa'an cimdaa wiitta'aa Kuubbaaniyaaf, BarruuUfmaa galeeloo qe'ee hiika fayyadamaa Olkaa'u nidandessa.
Xurreelee galeeloo BarruuUfmaa yeeroo qindaa'ina gulaalaamu nidandda
Bakka kanatti galeeloo lamattu tarreefame.Galfata tokkoffaa ijaarsa cimdaa irratti, galfata lammaffaa galeeloo fayyadamaa irratti. Yoo galfata BarruuUfmaa lama maqaa walfakiin galeeloo lamaanu'u kessatti jirattani, galfatan galeeloo fayyadamaa fayyadaman