Tarree OfiinSirreessaatti, Quxaaloota ida'uu

OfiinSirreessaa irra jechotta ykn gabaabbiilee wara qubee guguddaaf qubee xixiqqaa walmakaa qaban qajeelchu ittisuu nidandessa.

  1. Meeshaalee - Dirqalawwan Ofiinsirreessa filadhu, kana booda caancalee Quxaaloota cuqaasi.

  2. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

    Gabaabbiilee wara tuqxoon itti aanee dhufu saanduqa Abbreviations (Qubee guguddaa walfaaneen hinjiru) keessatti barreessi, kana booda Haaraa cuqaasi.

    Tarree Words with TWo INitial CApitals keessatti jecha barreessiitii, Haaraa cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

To quickly undo an AutoCorrect replacement, press +Z. This also adds the word or abbreviation that you typed to the AutoCorrect exceptions list.


Please support us!