Akkuma Barreessitu, Lakkaawwii yookin Rasaasa'aa Uumuu

LibreOffice ufmaan, yammuu barreessitu lakkaawwii ykn Rasaasawwan fayyadama.

Ofmaa Rasaassuu fi Lakkaawwii Dandeessisuuf,

  1. Meeshaalee - Dirqaalawwan OfSirreessaa filadhuutii, caancala Dirqaalawwan cuqaasi, kana booda “Lakkaawwiii fayyadami – mallattoo” fili.

  2. Choose Tools - AutoCorrect, and ensure that While Typing is selected.

Sajoo Qaxxee

Dirqalii lakkaawwii ofumaa, keewwatawwan warra haalataa keewwataa "Durtii", "Ijbarruu ", "Ijbarruu galumsa" daan dhangeefaman qofaf fayyada.


Yeroo barreessa Tarree Lakkaawwii ykn Rasaasaa umuf

  1. Tattee lakkoofsiifame eegaluuf, 1., i., or I. barreessi. Tarree rasaaseefame eegaluuf, * or - barreessi. Akkasumas, golbee lakkuu mirgaa, bakka tuqaa lakkoofsa boodatti barreessuu nidandeessa, fakkeenyaaf, 1) ykn i).

  2. Iddoo galchi, barruu kee barreessi, booda galchi dhiibi. Kewwaatan haaraa ufmaan lakkoofsa itti aanu ykn rasaasaa fudhata

  3. Tarree xumuruf ammas galchi dhiibi

Sajoo Yaaddannoo

Lakkoofsa kamuu tarree lakkoofsan eegalu dandeessa


Changing the List Level of a List Paragraph

Please support us!