Matadurree

Mataduree amalawwan galmichaa keessatti akka dirree tokkootti iftaa'e saaga. Dirreen kun deetaa dirree Dhimma keessatti Faayilii - Amalawwan - Ibsa jalatti gale agarsiissa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Field - Title


Yoo amala galmee addaa tokko akka dirree tokkotti saaguu barbaaddee, Saagi - Dirreewwan - Kabiroo fili, akkasuumas ijaarsa barbaaddee, qaaqa Dirreewwan keessatti tolchi. Akaakuuwwanii OdeefGalmee dirreewwan amalawwan galmee keessatti mul'atan mara of keessaa qaba.

Please support us!