Yeroo

Yeroo ammaa akka dirree tokkootti saaga. Yeroochi qinda'ina sirnaa, sirna dalagaa kee irraa qixaan fudhaame. Dhangiin yeroo dhaabbataa inii qabduu dalagaa F9 fayyadamuun hinharoomnee fayyadamameera.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Field - Time


Dhangii yeroo addaa tokko ramaduuf, yk deetaa yeroo amjiraa beeksiissuuf, Insert - Fields - Other fili, akkasuumas jijjiirama barbaaddee qaaqa Dirreewwan keessatti tolchi. Dabaaleesi, dhangiin dirree deetaa saagamee yeroo barbaaddeeti akka fooyya'uu danda'uuf, Gulaali - Dirreewwan filachuu nidandeessa.

Please support us!