LibreOffice 25.2 Help
Deetaa ammaa akka dirree tokkootti saaga. Dhangiin deetaa durtii fayyadamameera, garuu deetaan ofumaan hinhaaromne.
Yoo dhangii deetaa addaa tokko qindeessuu, yk deetaa ofumaan haaromee qabaachuu barbaaddee, ajajaa dirree tokko saaguuf Saagi - Dirreewwan - Kabiroo filadhu, akkasuumas qindaa'ina barbaaddu qaaqa Dirreewwan keessatti tolchi. Dhangiin dirree deetaa jiraanii yeroo barbaaddeeti akka fooyya'uu danda'uuf, Gulaali - Dirreewwan filadhu.