Foormulaa

Opens a submenu, from which you can insert a formula into the cell of a table. Place the cursor in a cell in the table or at the position in the document where you want the result to appear. Click the Formula icon and choose the desired formula from the submenu.

Foormulichii tarree naqaa keessatti mul'ata. Hangii man'eewwan gabatee tokko keessaa ifteessuuf, haantuuteen man'ee barbaaddu fili. Akkasuumas wabiiwwanii man'ee walfakkaatanii tarree naqaa keessatti mul'atu. Akka barbaachiisumaa saatitti, ulaagaalee dabailataa galchiitii, galfata kee mirkaneessuuf Fayyadami cuqaasi. Akkasuumas yoo caasimaa isa sirrii beektee, foormulaa qixxaan galchuu nidandeessa. Fakkeenyaaf, qaaqawwanii Dirreewwan Saagi fi Dirreewwan Gulaali kun barbaachiissoodha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Go to Table - Edit Formula.

In the Table toolbar, press the Insert or Edit Formula icon.

In a text document, press F2.

Formula icon in Table toolbar

Foormulaa


Goolaba Filmaata Foormulaa

Bu'uura Dalaga Herrega

Operation

Name

Example

Dabaltoo

+

Ida'ama herrega.

Fakkeenyaaf: <A1> + 8

Hirisuu

-

Calculates the difference.

Fakkeenyaaf: 10 - <B5>

Bayyisuu

MUL yk *

Bayyina herrega.

Example: 7 MUL 9 displays 63

Hiruu

HIR yk /

Calculates the quotient.

Example: 100 DIV 15 displays 6.67


Dalagaale bu'uuraa baafata xiqqaa keessaa

Function

Name

Example

Ida'a

SUM

Calculates the sum of the selected cells.

Fakkeenyaaf: SUM <A2:C2> ida'ama gatiiwwan man'ee A2 hanga C2 jiran agarsiisa

Nannaa

ROUND

Rounds a number to the specified decimal places.

Fakkeenyaaf: 15.678 ROUND 2 n 15.68 agarsiissa

Dhibbeentaa

PHD

Calculates a percentage.

Fakkeenyaaf: 10 + 15 PHD n 10.15 agarsiissa

Hidda Garqixa

SQRT

Calculates the square root.

Example: SQRT 25 displays 5

Humna

POW

Calculates the power of a number.

Example: 2 POW 8 displays 256


Ogeejjiiwwan

You can insert various operators in your formula. Choose from the following functions:

Operator

Name

Example

Footuu Tarree

|

Separates the elements in a list.

Fakkeenya tarree tokko fayyadamuu:

MIN 10|20|50|<C6>|<A2:B6>|20

Qixxee

EQ or ==

Checks if selected values are equal. If they are unequal, the result is zero, otherwise 1 (true) appears.

Example: <A1> EQ 2 displays 1, if the content of A1 equals 2

Walqixxee Miti

NEQ or !=

Tests for inequality between selected values.

Example: <A1> NEQ 2 displays 0 (wrong), if the content of A1 equals 2

Gadii yk Qixxee

LEQ

Tests for values less than or equal to a specified value.

Example: <A1> LEQ 2 displays 1 (true), if the content of A1 is less than or equal to 2

Irra Caalaa yk Qixxee

GEQ

Tests for values greater than or equal to a specified value.

Example: <A1> GEQ 2 displays 1 (true), if the content of A1 is greater than or equal to 2

Xiqqaa

L

Tests for values less than a specified value.

Example: <A1> L 2 displays 1 (true), if the content of A1 is less than 2

Caalmaa

G

Tests for values greater than a specified value.

Example: <A1> G 2 displays 1 (true), if the content of A1 is greater than 2

Buuliyaanii Yk

OR

Tests for values matching the Boolean OR.

Fakkeenyaaf: wanti hundiinuu buu'aa 1 (dhuggaadhaa), 0 OR 0 0 (soba) agarsiissa.

Buuliyaanii X Yk

XOR

Tests for values matching the Boolean exclusive OR.

Fakkeenyaaf: 1 XOR 0 1 agarsiissa (dhuggaa)

Buuliyaanii Fi

AND

Tests for values matching the Boolean AND.

Fakkeenyaaf: 1 AND 2 1 agarsiissa (dhuggaa)

Buuliyaanii Miti

NOT

Tests for values matching the Boolean NOT.

Fakkeenyaaf: NOT 1 (dhuggaa) 0 agarsiissa (soba)


Faankishiniiwwan Xiinannoo

You can choose from the following statistical functions:

Function

Name

Example

Jiddugalee

MEAN

Calculates the arithmetic mean of the values in an area or a list.

Fakkeenya: MEAN 10|30|20 agarsiisa 20

Gatii Gadee

MIN

Calculates the minimum value in an area or a list.

Fakkeenya: MEAN 10|30|20 20 agarsiisa

Gatii Gadee

MAX

Calculates the maximum value in an area or a list.

Example: MAX 10|30|20 displays 30

Product

PRODUCT

Calculates the product of the selected cells.

Example: PRODUCT <A2:C2> displays the product of the values in cells A2 to C2

Count

COUNT

Counts the number of non empty cells.

Example: COUNT <A2:C2> displays the number of non empty cells in A2 to C2


Functions

You can choose from the following functions:

Function

Name

Example

Saayinii

SIN

Calculates the sine in radians.

Example: SIN (PI/2) displays 1

Cosine

COS

Calculates the cosine in radians.

Example: COS 1 displays 0.54

Tangent

TAN

Calculates the tangent in radians.

Fakkeenyaaf: TAN <A1>

Saayinii Golboo

ASIN

Calculates the arc sine in radians.

Fakkeenyaaf: ASIN 1

Kosaayinii Golboo

ACOS

Calculates the arc cosine in radians.

Fakkeenyaaf: ACOS 1

Taanjantii Golboo

ATAN

Calculates the arc tangent in radians.

Fakkeenyaaf: ATAN 1

Absolute value

ABS

Returns the absolute value of the number.

Example: ABS -34 returns 34

Sign

SIGN

Returns the algebraic sign of the number.

Example: SIGN -23 returns -1


Amalawwan galmeetiif jijjiirama

Amalawwan galmee kanaan gadii Faayilii - Amalawwan - Xiinannoo jalatti argamu.

Name

Description

CHAR

Lakkoofsa arfiilee galmee keessaa

WORD

Lakkoofsa jechoota galmee keessaa

PARA

Lakkoofsa keewwatoota galmee keessaa

GRAPH

Lakkoofsa saxaatoo galmee keessaa

TABLES

Lakkoofsa gabatoota galmee keessaa

OLE

Lakkoofsa miseensoota OLE galmee keessaa

PAGE

Lakkoofsa ida’ama fuuloota galmee keessaa


Gatii Hiika Dabalataa

Description

Name

Value

PI

PI

3.1415...

Seranaa Euler's

E

2.71828...

Dhugaa

TRUE

0 dhaan qixxee miti

Soba

FALSE

0


Please support us!