LibreOffice 24.2 Help
Select, edit, or delete an address block layout for mail merge.
Teessoo makiinsa ergannoof garee tarree keessa fili, kana boodaTolecuqaasi.
Garee teessoo irraa odeeffannoo biyyaa yk godinaa qooda.
Garee teessoo keessattti odeeffannoo biyyaa yk godinaa itti dabalaa.
Yoo gatiin sanduuqaa barruu irraa irra adda tahe odeeffannoo biyyaa yk godinaa qoofa itti dabalaa.
Diraa biyyaa/godinaa issa hin maxxanee galchi.
Iddoo qaaqa teessumaa garee teessoo haaraa itti qindeessu dandeessu New Address Block bana.
Opens the Edit Address Block dialog where you can edit the selected address block layout.
Teessuma garee teessoo filataamee haqa.