LibreOffice 24.8 Help
Kaa'uumsa teessoo dirree deeta garee teessoo kan makiinsa ergannoo galmee keessa ifteessi.
Dirree teessoo filitti dirree gara tarree biraatti harkisii.
Tarree Miseensa Teessoo irraa dirree filataame gara tarree biraatti ida'a. Dirree kana fakkaatu si'a tokko ol ida'u nidandeessa.s
Dirree filataamee tarree kabirroo irraa haqa.
Harkisii kaa'i yk qabduulee xiyyaa fayyadamitii dirree qindeessi.
Durargii Kuusaa jalqaba kuusaa deetaaf teessuma garee teessoo ammee waliin agarsiisa.
Tarree keessa maalima fili, kana booda galfata siqsuf qabduu xiyya cuqaasi.