Mail Merge Wizard - Select starting document

Specify the document that you want to use as a base for the mail merge document.

Galmee ammaa fayyadami

Galmee makiinsa ergannootiif galmee Barreessaa ammaa akka bu'urraatti fayyadama.

Galmee haaraa tokko uumi

Makiinsa ergannootiif fayyadamuuf, galmee Barreessaa haaraa tokko uuma.

Galmee jiru irraa eegali

Galmee makiinsa ergannootiif galmee Barreessaa jiru akka bu'urraatti fili.

Sakatta'i

Locate the Writer document that you want to use, and then click Open.

Qajojii tokko irraa eegali

Qajojii isa galmee makiinsa ergannoo waliin uumuu barbaaddu fili.

Sakatta'i

Opens a template selector dialog.

Galmee eegalaa dhiihoo olkaa'amee irraa eegali

galmee makiinsa ergannoo haaraatiif, galmee makiinsa ergannoo jiru akka bu'urraatti fayyadami.

Galmicha fili.

Next step: Mail Merge Wizard - Select document type

Please support us!