LibreOffice 25.2 Help
Maalimaawwan galmee ammaa keessaa, isa qabeentoota xabboo, akkasuumas dirreewwanii fi kasaawwan qabu haaroomsa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Meeshaalee - Haaromsi filadhu
Geessituuwwan, dirreewwan, kasaawwan, qabeentaa, dhanga'ina fuulaa galmee ammaa keessaa mara haaroomsa.
Qabeentoota dirreewwan maraa, galmee ammaa keessaa haaroomsa.
Geessitoota galmee ammaa keessaa harroomsa.
Kasaa ammaa haaroomsa. Kasaan ammaa, isa qaree of keessaa qabuudha.
Galmee ammaa keessatti kasaawwan fi qabeentaa mara haroomsa. Ajaja kana fayyadamuu kee dura, qaree kasaa yk gabatee keessa kaa'uun sirraa hineegamu.
Taattoowwan galmee ammaa keessaa harroomsa.
Dhangiiwwan fuulaa galmee keessaa haroomseetu ida'ama lakkoofsa fuulaa isa Kabala Haalojii irraa lamuu herreega.
Please support us!