Sort

Keewwatoota filataman foo'a, yk tarreewwan gabatee, haala aabaatiin yk lakkoofsaan tarreessa. Hamma qabduuwwan sadi'itti qabduuwwan foo'a, akkasuumas qabduuwwan foo'a haala aabaatiif lakkoofsa maku, qindeessuu nidandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Table - Sort.

From the tabbed interface:

Choose Table - Sort.

On the Table menu of the Table tab, choose Sort.

From toolbars:

Icon Sort

Sort


Ulaagaalee Fooyi

Furtuuwwan 1 hamma 3

Specifies additional sorting criteria. You can also combine sort keys.

Tarjaa 1 hamma 3

Enter the number of the table column that you want to use as a basis for sorting.

akkaakuu furtuu 1 hamma 3

Select the sorting option that you want to use.

Tartiiba

Olee

Sorts in ascending order, (for example, 1, 2, 3 or a, b, c).

Irraa Gadi

Sorts in descending order (for example, 9, 8, 7 or z, y, x).

Qixa

Tarjaawwan

Sorts the columns in the table according to the current sort options.

Tarreewwaan

Tarreewwan gabatee keewwatootaa keessaa, akkaataa dirqalaawwan fooyinsaa ammaatti foo'a.

Gargareessaa

Keewwatootii mallaattoowwan keewwata maxxansalaatiin addaanba. Yammuu keewwatoota footu, caancaloota yk arfii tokko isa akka foo'aa tahe ifteessuu nidandeessa.

Caancaloota

Yoo keewwatootii tarree caancalootaan addaan baahniin walfakkate, dirqala kana fili.

Arfii

Arfii isa bakka filatame keessaa akka foo'aa tokkootti fayyadamuudhaaf barbaaddu galchi. Foo'aa fayyadamuudhaan, LibreOffice qubannoo furtuu foo'uu, keewwata filatame keessatti murteessuu dandda'a.

Filadhu

Bakka arfii isa akka foo'aa tokkootti fayyadamuudhaaf barbaadduu filachuu dandeessuu, qaaqa Arfiiwwan Addayaa bana.

Afaan

Afaan isa seeroota fooyinsaa qindeessuu fili. Afaanooni tokko tokkoo, arfiiwwan addaa, afaan ka biroo irraa addaan foo'u.

Qubee walsimsiisi

Yammuu gabatee tokko footuu, addaddummaa qubee guddaa fi qubee xixiqqaa gidduu jiru addaan basa. Afaan Eeshiyaatiif, haalataa addaatu fayyada.

note

Afaan Eeshiyaatiif, foyyadeenya sadarkaa-hedduu fayyadamuudhaaf, Qubee walsimsiisi fili. Foyyadeenya sadarkaa-hedduu keessaa, unkawwan haadhoon kan galfatootaii jalqaba qubeewwan unkaatiin madaalamuu, akkasumas, gubjaltoo ammoo nituffatamu. Yoo unkaaleen walfakkaatan, gubjaltoon kan unkaalee madalameera jechuudha. Hanga ammaatti yoo unkaaleen walfakkaatte, qubeewwan, yabbinii arfii, akkasuumas garagarummaan kan unkaalee Afaan Jaapaan Kana madaalameera jechuudha.


Please support us!