Barruu Gabateetti jijjiiri

Barruu filatame tokko gabatee tokkotti jijjiira, yk gabatee filatamaa barruutti jijjiira.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gabatee - Jijjiiri - Barruu Gabateetti filadhu


Dirqalaawwan kun qaaqa kana keessa kan jiraatan, haalataa jijjirraa irratti hundaa'uudhaani.

Bakka kanatti barruu gargarbaasi

Foo'aan ,kanneen akka caancalaa, barreeffama filame keessaatti mudana agarsiisa. Keewwatootni ati filatte tokkoon tokkoon isaanii tarjaa gabateetti jijjiiramu. Haaluma walfakkaatun, yammuu ati gabatee gara barreeffamaatti jijjiirtu, mallatteessitootni tarjaa gara arfii ati jetteetti jijjiiramu, tokkoon tokkoon tarrees gara keewwataatti jijjiirama.

Caancaloota

Converts the text to a table using tabs as column markers.

Buufatxinnaawwaa

Converts the text to a table using semi-colons (;) as column markers.

Keewwata

Converts the text to a table using paragraphs as column markers.

Kabiroo:

Converts the text to a table using the character that you type in the box as a column marker.

Sanduuqa Barruu

Type the character that you want to use as a column marker.

Tarjaawwan maraaf yabbina wal-qixee

Creates columns of equal width, regardless of the position of the column marker.

OfDhangi'aa

Opens the AutoFormat dialog, where you can select a predefined layout for table.

Dirqalawwan

Mataduree

Formats the first row of the new table as a heading.

Mataduree bakkabuusi

Repeats the table header on each page that the table spans.

Tarreewwaan ... isa jalqaba

Tarreewwan n warra jalqabaa akka irraantoo tokkootti irra deebi'a.

Gabatee Addaan Hinbaasin

Does not divide the table across pages.

Handaara

Adds a border to the table and the table cells.

Please support us!