Load Styles
Imports formatting styles from another document or template into the current document.
Akaakuuwwan
Akaakuuwwan qajojii jiranii tarreessa. Qabeentoota mul'isuudhaaf, tarree Qajojiiwwanii keessaa akaakuun tokko cuqaasi.
Qajojiilee
Akaakuu filatameef qajojiiwwan jiran tarreessa.
Barruu
Keewwata fi akkaataawwan arfii, galmee filatame irraa galmee ammaa keessatti fe'a.
Goodayyaa
Akkaataawwan goodayyaa, galmee filatame irraa galmee ammaa keessatti fe'a.
Pages
Akkaataawwan fuulaa, galmee filatame irraa galmee ammaa keessatti fe'a.
Lakkaawwii
Akkaataawwan lakkaawwii, galmee filatame irraa galmee ammaa keessatti fe'a.
Irrabi
Haalataawwan galmee ammaa keessaa isa akka haalatati fee'aa jirtuu, maqaa walfakkaatun moggaafamaniin bakka buusa.
Haalataawwanii maqaansaanii walfakkaatan ofumaan irrabamu.
From File
Faayilii warra haalataawwan of keessaa qaban fe'uu barbaaddu agarsiisiitii, kana booda Bani cuqaasi.