LibreOffice 7.5 Help
Faayilicha akka filannoo ati Meeshaalee - OfiinSirreessaaDirqalaaleejalatti qindeessite ofumaan dhangeessa.
Qaaqa OfiinSirreessaa bana.
Qaaqa Gabateewwaniif OfDhangi'aa banuuf, maadhee gabatee tokko keessaa cuqaasiitii, kana booda, Gabatee - OfDhangi'aafiladhu.