Styles (Sidebar)

Use the Styles deck of the Sidebar to apply, create, edit, and remove formatting styles. Double-click an entry to apply the style.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose View - Styles.


To dock the Styles window, drag its title bar to the left or to the right side of the workspace. To undock the window, double-click a free space on its toolbar.

By default, the Styles deck displays a preview of the available styles. The previews can be disabled by unchecking the Show Previews box below the list of styles.

Garsuu Akkaataa

Icon Paragraph Styles

Akkaataawwan Keewwataa

Keewwatootaaf, akkaataalee dhangeessuu agarsiissa. keewwatoota galmee kee keessaaf akkaataalee keewwataa fayyadamuuf, kuniisi; bocquu, lakkaawwii, fi teessuma dhangeessuutokicha fayyadami.

Icon Character Styles

Akkaataawwan Arfii

Arfiiwwaniif, akkaataawwan dhangeessuu mul'isa. Haalata bocquu, keewwata tokko keessaa barruu filatametti fayyadamuudhaaf, akkaataawwamn arfii fayyadami.

Icon Frame Styles

Akkaataa Goodayyaa

Goodayyaawwaniif, akkaataawwan dhangeessuu mul'isa. Teessuma goodayyaa fi qubaannoo dhangeessuudhaaf, haalataawwan goodayyaa fayyadami.

Icon Page Styles

Akkaataawwan fuulaa

Fuulootaaf, akkaataawwan dhangeessuu mul'isa. , jiraachuu irraantootaa fi jalaantootaa dabalatte teessumawwan fuulaa murteessuudhaaf, haalataawwan fuulaa fayyadami.

Icon List Styles

Akkaataawwan Tarree

Tarreewwan lakkoofseefaman fi raasaaseefaman dhangeessuudhaaf, akkaataawwan dhangeessuu mul'isa. Arfiiwwan lakkoofsa fi raasaasa, akkasuumas galumsawwan ifteessaa dhangeessuudhaaf, haalataawwan tarree fayyadami.

Icon Table Styles

Table Styles

Displays formatting styles for tables. Use table styles to apply borders, backgrounds, fonts, alignment, and number formats to tables.

Icon Fill Format Mode

Fill Format Mode

Applies the selected style to the object or text that you select in the document. Click this icon, and then drag a selection in the document to apply the style. To exit this mode, click the icon again, or press Esc.

Icon New Style from Selection

Style actions menu

Ajajoota dabalataa waliin baafata xiqqaa tokko bana.

New Style from Selection

Dhangeessuu keewwata ammaa, fuulaa, yk kutaa irratti hundaa'uun, akkaataa haaraa tokko uuma.

Update Selected Style

The manually formatted attributes of the text at the cursor position in the document will be added to the style that is selected in the Styles window.

Load Styles

Galmee ka birroo irraa akkaataalee alaaguuf, qaaqa Akkaataawwan Fe'iinsaa bana.

How to apply a Character style to a selected text

  1. Select the text.

  2. Double-click the desired character style in the Styles window.

How to apply a Paragraph style

  1. Place the cursor in the paragraph, or select multiple paragraphs.

  2. Double-click the desired paragraph style in the Styles window.

tip

You can assign shortcut keys to Styles from the Tools - Customize - Keyboard tab. Some shortcuts are predefined. (zero) applies the Text Body paragraph style. Heading 1 through Heading 5 paragraph styles can be applied by using the key and the heading number. For example applies the Heading 2 paragraph style.


tip

The Formatting (Styles) toolbar contains icons for applying and modifying styles.


Please support us!