Haala

Bakka kanatti, akkaataalee otoolaaf haaloota qindeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Right-click a paragraph with style Body Text. Choose Paragraph - Edit Style - Condition tab.

Choose View - Styles (). Right-click any paragraph style. Choose New - Condition tab.


Akaataawwan otoolaa, akkaataawwan keewwata warra haalqara irratti huundaa'uun amaloowwan adda addaa qabanii dha. Erga aaltokko qinda'ee, amalawwan otoolaa kan akkaataa otoolaa jijjiiruu hindandeessu.

LibreOffice amalawwan keewwata kan akkaataawwan otoolaa kanaan gaddii fayyadama (jechawwan yabbuu matadureewwan kan dirreewwan qaaqa): Yoo keewwatii tokko akkaataa otoolaan Context that has an Akkaataa Fayyadamaa keessatti dhangeefame, kana booda otoola sana irra Akkaataa Keewwata fayyadama. Yoo Halqara itti akkaataa hinkoronyate, amalawwan akkaataa otoolaa keessatti qinda'ee fayyadama. Fakkeenyootii kanaan gaddii firoomina kana ibsa:

  1. Open a blank text document and write a short business letter with a header (Format - Page Style - Header).

  2. Define a new Paragraph Style by choosing New in the Styles window, and selecting all the paragraph properties that you want for your business letter in the Paragraph Style dialog. Name this style "Business letter".

  3. Kana booda, caancala Condition cuqaasi, Akkaataa Keewwataa haaraa akka akkaataa otoolatti qindeessuuf, dirree Akkaataa otoola fili.

  4. Halqara keessaa, galfata irraantoo fili, Akkaataawwan Keewwataa jalatti ammoo, irraantoo xalayyaa bunaqaa kee keessaatiif akkaataa fili; fakkeenyaaf, durtiin "Irraantoo" Akkaataa Keewwataa. Akkasuumas akkaataa kee filuu nidandeessa.

  5. Halqaratti Akkaataawwan Keewwataa galfata filatame sanduuqa tarree Akkaataawwan Keewwataa keessa lama-cuqaasuun, yk Fayyadami fayyadamuun hojjii irra olchuu nidandeessa.

  6. Qaaqa Akkaataa Keewwata cufuudhaaf, OK cuqaasi, kana booda keewwatoota mara xalayyaa bunaqaa kee keessaa, irraantoo dabalatte "Xalayyaa Bunaqaa" isa haaraa Akkaataa Keewwataa otoolaa waliin dhangeesi. (Yammuu irraantoo keessa cuqaastuu, Akkaataawwan Mara agarsiissuu qabaachuu sirra jira, yk tarree akkaataa keessaa Akkaataawwan Maamiloo akkaataa xalayyaa bunaqaa haaraa fayyadamuu qabda.

Barruun irraantoo amma amalawwan isa ati Akkaataa Keewwata Irraantoo keessatti ifteessitte qaba, kutaan galmee kabiroo ammoo, amalawwan xalayyaa bunaqaa Akkaataa Keewwata otoolaa keessatti qinda'ee qaba.

tip

The Body Text style was created as a conditional style. Therefore, any styles you derive from it can be used as conditional styles.


Halqaratti Akkaataa Keewwataa kan fayyaduu yammuu dhangiiwwan ka biroo (RTF, HTML, k.k.f) alergduudha.

Akaataa Otoola

Akka akkaataa otoola tokkootti akkaataa haaraa tokko qindeessuuf, sanduuqa kana mirkaneesi.

Halqara

Here you can see the LibreOffice predefined contexts, including outline levels 1 to 10, list levels 1 to 10, table header, table contents, section, border, footnote, header and footer.

Akkaataawwan Fayyadamaa

Bakka kanatti, halqarichaaf tarree kan Akkaataawwan Keewwata mara fayyadamaa argu nidandeessa.

Akkaataawwan Keewwataa

Halqarichatti tarreen kan Akkaataawwan Keewwata maraa wari ramadamuu danda'aan sanduuqa tarree keessatti walitti qabamu.

Style Groups

These are the style groups that you can display in the Styles window.

Name

Meaning

Automatic

Displays styles appropriate to the current context.

All Styles

Displays all styles of the active style category.

Hidden Styles

Display styles that have been hidden in the Styles window.

Applied Styles

Displays the styles (of selected category) applied in the current document.

Custom Styles

Displays all user-defined styles in the selected style category.

Text Styles

Displays formatting styles for text.

Document Structure

Displays formatting styles for structuring documents.

List Styles

Displays formatting styles for ordered or unordered lists.

Index Styles

Displays formatting styles for indexes.

Special Styles

Displays formatting styles for headers, footers, footnotes, endnotes, tables, and captions.

HTML Styles

Displays a list of styles for HTML documents.

Conditional Styles

Displays the user-defined conditional styles.

Hierarchical

Displays the styles in the selected category in a hierarchical list. To view the styles in a sublevel, click on the plus sign (+) next to the sublevel name.


Haqi

Akkaataa filatameef halqara ammaa ramadame haquu yoo barbadde iddoo kana cuqaasi.

Ramadi

Click Apply to apply the selected Paragraph Style to the defined context.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Please support us!