Haalataawwan Barreessuu

The following information concerns Writer styles that you can apply using the Styles deck of the Sidebar.

If you want, you can edit the styles of the current document, and then save the document as a template. To save the document as template, choose File - Templates - Save as Template.

Garsuu Akkaataa

These are the different categories of formatting styles.

Maqaa

Ibsa

Akkaataawwan Arfii

Arfiiwwan baaqee dhangeessuuf, Akkaataa Arfii ykn guutuummaa jechootaa fi murnadubbii fayyadami. Yoo barbaaddee, Akkaataawwan Arfii wal-keessa naquu nidandeessa.

Akkaataawwan Keewwataa

Keewwatoota akaakuu bocquu fi hammamtaa dabaalate dhangeessuuf, Akkaataawwan Keewwataa fayyadami. Akkasuumas akkaataa keewwataa, keewwata itti aananiif fayyadamuu nidandeessa.

Akkaataa Goodayyaa

Barruu fi goodayyaawwan saxaatoo dhangeessuudhaaf, Akkaataawwan Goodayyaa fayyadami.

Akkaataawwan fuulaa

Caasaa galmee, akkasuumas lakkoofsawwan fuulaa ida'uu qindeessuudhaaf, Akkaataawwan Fuulaa fayyadami. Akkasuumas Fuula jalqabaa isa xumuura fuulaa boodatti ittaanan irratti fayyadamuuf, akkaataa fuulaa ifteessuu nidandeessa.

Akkaataawwan Tarree

Use List Styles to format ordered or unordered lists.


Gareewwan Haalata

These are the style groups that you can display in the Styles window.

Maqaa

Hika

Ofumaa

Halqara ammaatti akkaataalee isa qajeelaa agarsiissa.

Akkaataawwan Mara

Akaakuu akkaataa ka'aa dhaaf, akkaataalee mara agarsiissa.

Akkaataawwan Fayyadamaa

Galmee ammaa keessatti fayyadamaa akkaataalee (kan Akaakuu filatamee) agarsiissa.

Haalata Mammiloo

Akaakuu akkaataa filatamee keessatti akkaataalee hiika fayyadamaa agarsiissa.

Akkaataawwan Arfii

Barruuf Akkaataawwan dhangeessuu agarsiissa.

Document Structure

Displays formatting styles for structuring documents.

Akkaataawwan Tarree

Displays formatting styles for ordered or unordered lists.

Akkaataawwan Kasaa

Kasaaleef akkaataalee dhangeessuu agarsiissa.

Special Styles

Akkaataawwan dhangeessuu; irraantoota, jalaantoota, ibsoota dabalataa, gabateewwan, akkasumas ibsadureewwanii agarsiissa.

Akkaataawwan HTML

Galmeewwan HTMLf tarree akkaataalee tokko agarsiissa.

Akaataawwan Otoola

Akkaataawwan otoola hiika fayyadamaa agarsiissa.

sadarkaawa

Tarree sadarkaawaa tokko keessaa akkaataalee akkaakuu filatame keessatti agarsiissa. sadarkaa xiqqaa tokko keessatti akkaataalee mul'isuuf, maqaa sadarkaa xiqqaatti isa aanee jiru mallattoo idaatii (+) irra cuqaasi.


Please support us!