LibreOffice 7.1 Help
Hojjaa torraa(wwan) filatame jijjiira.
Hojjaa isa torraa(wwan) filatameef barbaaddu galchi.
Hojjaa torraa qabeentoota man'eewwanitti firoomsuudhaaf, ofumaan qindeessa.
man'ee keessa mirga-cuqaasuu nidandeessa, kana booda Dhangi'i - Torraa - Hojjaa Mijuu filadhu.