LibreOffice 7.4 Help
Qabeentoota man'eewwan filatamanii, haaromuu irraa hayyisa.
Yammuu qareen man'ee dubbisqofaa keessa tahu, yaadannoon Kabala Haalojii irratti mul'ata.
Hayyisa man'ee haquudhaaf, man'ee (wwan) fili, kana booda Dhangi'i - Man'ee - Hayyisa Haqi filadhu.