Text Flow

Dirqalawwan yaa'insa barruu, barruu duraa fi booda gabatichatti qindeessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Table - Properties - Text Flow tab.


Yaa'insa barruu

Qarxi

Sanduuqa kana fili, kana booda akaakuu qarxiinsa isa ati akka gabatichatti walitti dhufaan barbaaddu fili.

Fuula

Xumuura fuulaa, gabatee duratti yk boodatti saaga.

Tarjaa

Muraa tarjaa, gabatee duratti yk boodatti fuulaa tarjaa hedduu tokko irratti saaga.

Dura

Xumuura fuulaa yk muraa tarjaa, gabatee duratti saaga.

Booda

Xumuura fuulaa yk muraa tarjaa, gabatee boodatti saaga.

Haalata Fuulaa Waliin

Haalataa fuulaa isa ati fuula jalqabaa isa qurxiinsatti aanuuf ifteessiteti fayyadama.

Haalata Fuulaa

Haalataa fuulaa isa ati fuula jalqabaa isa qurxiinsatti aanuuf fayyadamuu barbaaddu fili.

Lakkoofsa fuulaa

Enter the page number for the first page that follows the break. If you want to continue the current page numbering, leave the checkbox unchecked.

Gabateen, akka gamaa-gamana fuulaawwan fi tarjaawwan addabaasu hayyami.

Tarreewwan gabatee tokko gidduutti, xumuura fuulaa yk muraa tarjaa hayyama.

Tarreen, akka gamaa-gamana fuulaawwan fi tarjaawwan muruu hayyami.

Tarree gabatee tokko keessatti, xumuura fuulaa yk muraa tarjaa hayyama. Yoo dirqalii Mataduree Irradeebi'i filatamee, dirqalawwanii kun tarree jalqabaa gabatee tokkoo keessatti hinfayyadan.

Keewwata ittaanuu irra kaa'i

Yammuu qurxiinsa saagduu, gabatee fi keewwata itti aanan waliitti qabee kaa'a.

Mataduree bakkabuusi

Yammuu taakkuun gabatee, fuula tokko ol tahu, fuulicha haaraa irrattis mataduree gabatee irradeebi'a.

Tarreewwaan ... isa jalqaba

Lakkoofsa tarreewwanii warra matadureewwan keessatti dabaltu galchi.

Text orientation

Select the orientation for the text in the cells. You can use the following formatting options to specify the orientation of text in table cells:

Hiriirfama sarjaa

Maadhee gabatee keessatiif, hiriira barruu sarjaa ifteessi.

Please support us!