LibreOffice 24.2 Help
Specify the properties of the hyperlink for the selected graphic, frame or OLE object.
Amalawwan walqabsiisaa qindeessi.
Faayilii isa banuuf barbaadduu xurree guutuu galchi.
Faayilii isa akka geessituun akka banu barbaaddu agarsiisi, kana booda Banicuqaasi. Faayilii galtee meeshaa kee irra yk interneetii kaadimaa FTP keessaa tahu dandda'a.
Gabatichaaf maqaa tokko galchi.
Specify the name of the frame where you want to open the targeted file. The predefined target frame names are described here.
Akaakuu BarruyyaaFakkaattii fayyadamuu barbaaddu fili. Ijaarsi BarruyyaaFakkaattii, ijaarsa geessituu isa ati fuula kana irratti galchitte faccisa.
Barruyyaa fakkaattii gama-kaadimaa fayyadama.
Barruuyyaa isa ati wanta filatameef uumte fayyadama.