Irraantoo

Akkaataa fuulaa isa baafata xiqqaa keessatti filatteef, irraantoo, ida'a yk irraa haqa. Irraantoochi, fuulaawwan warra akkaataa fuulaa wal fakkaataa fayyadamanitti ida'ama. Galmee haaraa keessatti, akkaataa fuulaa "Durtii" qofatu tarreeffama. Akkaataawwan fuulaa warri biroon, erga ati galmicha keessatti faayidaa irra oolchitee booda, idaa'amu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Header and Footer - Header


Sajoo Yaaddannoo

Irraantoowwanii, yeroo ati galmicha teessumaa maxxansaa keessatti daawwattu qofa (Mul'annoo - Teessumaa Maxxansaa aangeessi) mul'atu.


Mallattoon filannoo tokko, fuuldura akkaataawwan fuula warra irraantoo qabanitti mul'ifama.

Irraantoo tokko haquudhaaf, Saagi - Irraantoo filiitii, ittaansuudhaan akkataa fuulaa isa irraantoo qabu filadhu. Irraantoochii, fuulawwan warra akkaataa fuulaa kana fayyadaman hunduma irraa ni haqamu.

Irraantoowwan, akkaataawwan fuulaa warra galmicha keessatti fayyadaa jiran hunda, irraantoowwan, itti ida'uuf yk irraa haquudhaaf, Saagi - Irraantoo - Mara fili.

To format a header, choose Format - Page Style - Header.

Please support us!