LibreOffice 25.2 Help
Inserts the contents of another document into the current document at the cursor position.
Yeroo hundumaa, qabiiyyee faayilaa akkayyaa haaraa qabaachuudhaaf, kutaa tokko galmee kee keessatti saaguu, ittaansitee geessituu kan faayila barruu kutaa sanaa keessa jiruu saagi. Baldhintaadhaaf, kutaa tokko saagi ilaali.