LibreOffice 25.2 Help
Gooddayyaa tokko isa teessuma tarjaawwan tokko yk tokko ol barruu fi wantootaaf uumuu sidandeesiissuu saaga.
Bakka ati galmee keessatti harkisuu dandeessu, goodayyaa tokko fakkasa. Lakkoofsa tarjaawwanii goodayyaadhaaf filachuuf, xiyya isa sajoo itti aanee jiru chuqaasi.
To edit a frame, click the border to select it, and then choose Format - Frame and Object - Properties. You can also resize or move a selected frame using special shortcut keys.
Goodayyaa tokko haquudhaaf, handaara goodayyaa cuqaasitii, kana booda haqi dhiibi.
Yoo jalqabaaf dhumaa barruu goodayyaa keessatti xiyyoota dimaa xiqqaa agarte, qabduuwwan xiyya kana barruu hafan keessa maruudhaaf, itti fayyadami.
Bakka duraargii, qaaqa goodayyaa keessatti, goodayyaan rektaangilii magariisaan, bakki wabii ammoo, rektaangilii diimaadhaan bakkabuu'a.
yammuu korkoddii goodayyaa gara "Akka Arfii" tti jijjiirtu, akkasuuma durargii galteewwanii agarsiissuu nidandeessa. "Sarjala"n halluu diimaadhaan fakkafama, "Arfii"n hojjaa bocquutti, akkasuuma "Sararii" hojjaa sararaa kan goodayyaa dabalateetti.