Galfata Moorquusa Saagi

Wabii moorquusaa tokko saaga.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Insert - Table of Contents and Index - Citation

From the tabbed interface:

Choose Reference - Citation.

On the Reference menu of the Reference tab, choose Citation.

From toolbars:

Icon Citation

Citation


Bibliography Source

Bibliography Database

Inserts a reference from the bibliography database.

Document Content

Wabii warra rikoordiiwwan moorquusaa irraa, galmee ammaa keessatti kuufaman saaga. galfati inni galmee keessatti kuufame, kuusdeetaa moorquusaa keessattti isa kuufame nidursa.

Sajoo Yaaddannoo

Galmee isa galfatoota moorquusaa of keessaa qabuu yammuu olkeessu, warraabiiwwanii walgittan dirree dhokataa galmee keessaa irratti ufmaan olkaa'amu.


Citation

Maqaa gabaabaa

Select the short name of the bibliography record that you want to insert.

Barreessaa, Mataduree

Barreessaa fi mataduree guutummaan maqaa gabaabaa filatame sanaa, yoo jirataaniif, bakka kanatti nimul'atu.

Saagi

Galmicha keessatti wabii moorquusaa saaga. Warraabbii haaraa tokko yoo uumtee, akka galfatatiis saaguu qabda, kana malee, yammuu galmicha cuftu warraabiichi nibadda.

Cufi

Closes the dialog.

Haaraa

Iddoo ddoo Warraabbii moorquusa haaraa tokko itti uumuu dandeessuuf, qaaqa Galfata Moorquusa Qindeessi bana. Warraabbiin kun, galmee keessatti qofaa kuufama. Warraabbii tokko gara kuusdeetaa moorquusaatti ida'uuf, Meeshaalee - Kuusdeetaa Moorquusaa filadhu.

Gulaali

Iddoo kuussa moorquusaa filatamee itti gulaaluu dandeessuuf, qaaqa Galfata Moorquusa Qindeessi bana.

Please support us!

Please support us!