Faayilii Walta'iinsa Gulaali

Kasaa Aabaa keessatti akka dabalamuuf tarree jechaa tokko uumi yk gulaali. faayiliin walta'iinsaa jechoota warra kaasa aabaa keessatti lakkoofsa fuulaa dabalachuun wabeefaman, bakka galmee keessaa mul'atanitti tarreessa.

Qabduu Hunda Barbaadii, bakka jechi itti mul'atu mara shoolessuudhaaf, qaaqa Barbaadi fi Bakkabuusi fayyadamuu, itti aansuudhaan, jecha sana fi bakkawwan kasaa aabaa keessatti ida'uuf ammoo, qaaqa Galfata Kasaa Saagi banuu nidandeessa. Haa tahu malee, tuuta kasaa aabaa innumti sun yoo galmeewwan hedduu keessatti si barbaachisa tahe, faayiliin walta'iinsaa, tokko tokkee jechaa naqa tokkittii galchuu, sana booda tarricha yeroo baayyee fayyadamuu ni hayyama.

note

The default filter for creating or opening concordance files is *.sdi. However, the file format of the concordance file is plain text.


Qaaqa Faayilii Walta'iinsaa Gulaalii itti seenuuf:

  1. Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Type.

  2. Sanduqa Akaakuu keessaa, "Kasaa Haala Aabaa" filadhu.

  3. Bakka Filannoo keessaa, sanduuqa filannoo Faayilii walta'iinsa filadhu.

  4. Qabduu Faayilii cuqaasiitii, kana booda, Haaraa yk Gulaalii filadhu.

Faayili walta'iinsaa, dirreewwan kanaan gaddii of keessaa qaba:

Term

Meaning

Search term

"Jecha barbadii" gara galfatoowwan kasaa isa ati akka galmee keessatti mallaateefamu barbaaddu wabeessa.

Alternative entry

"Galfata filmaataa" gara galfatoowwan kasaa isa ati akka kasaa keessatti mul'atu barbaaddu wabeessa.

1st and 2nd Keys

Furtuuwwanii 1ffaa fi 2ffaan galfatoota kasaatiif haadhoodha. "Jecha barbadii" yk "Galfata filmaataa" akka galfata xixiqqaa tokkootti qabduuwwanii 1ffaa fi 2ffaa jalatti mul'atu.

Comment

Add a comment line above the entry. Commented lines start with #.

Match case

"Walsima qubee" jechuun, qubeewwan qubeeguddaaa fi qubee xixiqqaa ilallaa jechuudha.

Word only

"Jecha qofa" jechichaaf akka jecha tokkootti barbaada.


note

Filannoo "Walsima qubee" yk "Jecha qofa" dandeessisuuf, maadhee walitti dhufoo keessaa cuqaasiitii, kana booda sanduuqa filannoo filadhu.


Faayilii walta'iinsaa tokko malee qaaqa Faayilii Walta'iinsa Gulaalii uumuudhaaf:

Yammuu faayilii walta'iinsaa tokko uumuu barbaaddu, qajeelcha dhangii kanatti aanan fayyadami:

Search term;Alternative entry;1st key;2nd key;Match case;Word only

Galfatootii "Walsima qubee" fi "Jecha qofa" yoo duwwaa yk zero (0) ta'aan akka "Lakki" yk Sobbatti jedhuun hiikamuu. Qabeentootii ka birroo mari, akka "Yaa" yk Dhuggatti hiikamu.

Fakkeenya

Fakkenyaaf, jecha "Boston" jedhu galfata "Magaalootaatti" dabaluudhaaf, faayilii walta'iinsaa keessatti sarara kanaan gadii galchi.

Boston;Boston;Cities;;0;0

yoo qubeewwan qubee xixiqqaan barreessame, akkasuuma "Boston" jedhu niarga.

aanaa "Beacon Hill" galfata "Magaalootaa" jalatti Boston keessatti dabaluudhaaf, sarara kanaan gadii galchi.

Beacon Hill;Boston;Cities;

Please support us!