LibreOffice 7.3 Help
Akkaataawwan keewwataa gooree irraa galfatoota kasaa uuma.
Tarreen kun akkaataawwan keewwataa, isa ati sadarkaalee kasaatti ramaduu dandeessu, of keessaa qaba.
Akkaataa keewwataa tokko irraa galfata kasaa tokko uumuuf, tarree Haalata keessaa haalata irra cuqaasiitii, kana booda, haalata gara sadarkaa kasaatti siqsuuf isa barbaaddu, qabduu >> kana cuqaasi.
Akkaataa keewwataa isa filatamaa, sadarkaa kasaa keessatti sadarkaa tokko ol siqsa.
Akkaataa keewwataa isa filatamaa, sadarkaa kasaa keessatti sadarkaa tokko gad siqsa.