Kasaa

Dirqalaawwan itti aanan, yeroo ati Murquussaa, akka Akaakuu kasaatti filattu jiraatu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Type tab (when Bibliography is the selected type)


Akaakuu fi Mataduree

Akaakuu fi mataduree kasaa ifteesi.

Akaakuu

Select the type of index that you want to insert or edit. The options available on this tab depend on the index type that you select. If the cursor is in an index when you choose the Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography, you can then edit that index.

Mataduree

Kasaa filatameef mataduree galchi.

Geedaramawwan hojjaarkaa iraa hayyifamaa

Prevents the contents of the index from being changed. Manual changes that you make to an index are lost when the index is refreshed. If you want the cursor to scroll through a protected area, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids, and then select the Enable cursor check box in the Protected Areas section.

Galfatootaa kan dhangeessuu

Galiinsa lakkoofsaa

Galfatoota moorquusaaf, ofumaan lakkoofsa lataaf. Lakkaawwiif, filannoo foo'insaa qindeessuuf, caancala Galfatoota cuqaasi.

Sadalloota

Sadallaa isa galfatoota mooquussaa akka marsu barbaaddu filadhu.

Sort

Galfatoota kasaa foo'insaaf, filannoo qindeessa.

Afaan

Galfatoota kasaa foo'insaa fayyadamuudhaaf, seera afaanii filadhu.

Akaakuu furtuu

Yoo lakkoofsoota gatiidhaan, akka 1, 2, 12 keessatti fo'uu barbaadduu, lakkoofsaan kan jedhu filadhu. Yeroo lakkoofsoota lakkaddaa arfiiwwan, akka 1, 12, 2 keessatti fo'uu barbaaddu ammoo, katabbii fayyadami.

Please support us!