Dirree Naqaa

Dirree barruu isa ati galmee keessatti cuqaasuun banuuf gulaaluu dandeessu, saaga. Barruudhaaf, dirreewwan naqaa fayyadamuu, yk gatii haaraa tokko gegeeddarama tokoof ramaduu nidandeessa.

Galmee tokko keessatti qabiyyee Dirree Naqaa tokko jijjiiruudhaaf, dirricha cuqaasitii, kana booda sanduuqa qaaqaa gara gaddii keessatti barruucha gulaaluu nidandeessa.

Reference

This box displays the name that you entered in the Reference box on the Functions or Variables tab of the Fields dialog. The box underneath displays the contents of the field.

Itti aanee

Gara naqaa dirree ittaanaa galmee keessaatti utaala. Qabduun kun kan jiraatu, yeroo ati qaree kalaalaatiidhaan fuldura dirree naqaa qubachiiftee, isa booda, Shift+Ctrl+F9 dhiibdudha.

Please support us!