LibreOffice 25.2 Help
Batergaaf filannoo maxxansaa qindeessi.
Maxxansituu batergaa waliin qindeessuuf, galmee ibsaa isa maxxansituu kee waliin dhufe daawadhu. Akkayyaa maxxansituu irratti hundaa'uun, batergaaleen gara bitaa, gara mirga y gara gidduutti qubachiifamuu, akkasumaa, ol yk gadi gargalchamuuf malu.
Qaree bitaa irkootii maxxansituu irraa batergaa sardalaan soorachiisa.
Qaree bantii irkootii maxxansituu irraa batergaa sardalaan soorachiisa.
Qaree mirga irkootii maxxansituu irraa batergaa sardalaan soorachiisa.
Qaree bitaa irkootii maxxansaa irraa batergaa sarjinaan soorachiisa.
Qaree bantii irkootii maxxansaa irraa batergaa sarjinaan soorachiisa.
Qaree mirga irkootii maxxansaa irraa batergaa sarjinaan soorachiisa.
Irkootii maxxansaa keessaa gara maxxansatti ol gargalchee batergaa soorachiisa.
Irkootii maxxansaa keessaa gara maxxansatti gad gargalchee batergaa soorachiisa.
Jijjiirraa iddoo maxxanssaa gara mirgaatii hammassaa saagi.
Jijjiirraa iddoo maxxanssaa gara gadiitii hammassaa saagi.
Maqaa maxxansaa ammaa agarsiisa.
Iddoo qindaa'inoota maxxansaa, kan akka dhangii waraqaaf qaabachiisaa dabalachuu itti dandeessuu, qaaqa Qindaa'ina Maxxansaa bana.