LibreOffice 24.2 Help
Teessumaaf roga batergaa ifteessa.
Filaannoo qubannoof dhanga'ina barruu kan dirree teessootaa qindeessa.
Qubannoo kan teessoo fudhatootaa batergaa irraa qindeessa.
Qarreewwan bitaa batergaaf dirree teessoolee giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu saagi.
Qarreewwan irra batergaaf dirree teessoolee giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu saagi.
Dirree teessoolee gulaaluu barbaadduuf, haalataa dhanga'ina barruu cuqaasitii, filadhu.
Qaaqa iddoo itti dhanga'ina arfii dirree teessoolee keessaa gulaaluu dandeessu sifayyadu bana.
Qaaqa iddoo itti dhanga'ina keewwataa dirree teessoolee keessaa gulaaluu dandeessu sifayyadu bana.
Filaannoo qubannoof dhanga'ina barruu kan dirree ergaa qindeessa.
Batergaa irratti qubannoo teessoo ergiitoota qindeessa.
Qarree bitaa batergaaf dirree ergaa giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu saagi.
Qarree irra batergaaf dirree ergaa giduutti iddoo hamma dhiisuu barbaaddu saagi.
Dirree ergaa gulaaluu barbaadduuf, haalataa dhanga'ina barruu cuqaasitii, filadhu.
Qaaqa iddoo itti dhanga'ina arfii dirree ergaa keessaa gulaaluu dandeessu sifayyadu bana.
Qaaqa iddoo itti dhanga'ina keewwataa dirree ergaa keessaa gulaaluu dandeessu sifayyadu bana.
Dhangii hammaamtaa batergaa fayyadamtuuf, yk hammaamtaa mammiloo uumuu barbaadduu, filadhu.
Hammaamtaa batergaa isa barbaaddu, yk "Hiika Fayyadamaa" filadhuutii, kana booda, bal'naaf hojjaa kan hammaamtaa mammiloo galchi.
Bal'ina batergaa saagi.
Hojjaa batergaa saagi.