LibreOffice 25.2 Help
Batergaa uuma. Fuuloota caancalaa sadii irratti, teessoottaaf ergaa, teessoota lachuuf qubannoof dhangii, akkasuumaas, hamamtaaf qaabachiisa batergaa ifteessuu ni dandeessa.
Galmee haaraa uumeetu, batergaa saaga.
Galmee keessaa batergaa fuulaa ammaa dura saaga. Batergaan kan dhangeeffame, akkaataa fuulaa Batergaa waliini.
Fuula ammaa gochuuf fuulaa batergaa keessa cuqaasi.
Dirree sarara haalojii isa "Batergaa" mul'isu irra mirga cuqaasi.
baafata xiqqaan akaataalee fuulaa mul'isaa bana.
Baafata xiqqaa irraa "Durtii" haalataa fuulaa filadhu.
Kun dhanga'ina fuulaa "Batergaa" addaa haqa.
Goodayyaalee ergaaf fudhataa haqi. Daangaalee goodayyaa tokko tokkoon cuqaasitii, qabduu Del dhiibi.