LibreOffice 7.6 Help
Inserts a footnote or an endnote in the document. The anchor for the note is inserted at the current cursor position. You can choose between automatic numbering or a custom symbol.
The following applies to both footnotes and endnotes.
Footnotes are inserted at the end of a page, and endnotes are inserted at the end of a document.
Miiljaleef ibsadabalataatiif gosa lakkaawwii fayyadaamu barbaaddu filadhu.
Miiljalee fi ibsadabalataa ati saagdetti ufmaan lakkoofsoota tarree ramada. Lakkaawwii ufmaaf ijaarsa jijjiiruu yoo barbaadde, Meeshaalee - Miiljaloota/Ibsadabalataa.
Choose this option to define a character or symbol for the current footnote. This can be either a letter, number or special character.
Akka korkoddii miiljalee yk ibsadabalataatti Arfiiwwan Addayaa saaga.
Miiljalee yk ibsadabalataa keessa kam akka saagdu filadhu. Lakkaawwiin miiljalee Lakkaawwii ibsadabalataa irra adda.
Galmee keessaa qubannoo qaree ammaatti, korkoddii miiljalee saaga, akkasumas, fuulaa jalatti miiljalee ida'a.
Galmee keessaa qubannoo qaree ammaatti, korkoddii ibsadabalataa saaga, akkasumaas, dhuma galmeetti ibsadabalataa ida'a.