LibreOffice 7.6 Help
Inserts a text section at the cursor position in the document. You can also select a block of text and then choose this command to create a section. You can use sections to insert blocks of text from other documents, to apply custom column layouts, or to protect or to hide blocks of text if a condition is met.
Galmee guutummaa kutaa tokkotti, yk kutaa biroo keessaa kutaa moggaafame tokko saaguu nidandeessa. Akkasumaas, kutaa tokko akka geessituu DDEtti saaguu nidandeessa.
Kutaa gulaaluf, Dhangii - Kutaalee filadhu.
Qaaqan Kutaa Saagi caancalawwan kanan gadii of keessa qaba:
Kutaa isa ati qubaannoo qaree ammaatti qindeesiitte galmicha keessatti saaga.