Galfata Kasaa Gulaali
Galfata kasaa filatamee gulaala. Fuulduraa yk keessa galfataa kasaa cuuqasi, isa booda ajaja kana filadhu.
To insert an index entry, select a word in the document, and then choose .
Filannoo
Galfataa kasaa filatamee gulaala.
Kasaa
Displays the type of index that the selected entry belongs to. You cannot change the index type of an index entry in this dialog. Instead, you must delete the index entry from the document, and then insert it again in a different index type.
Galfata
Yoo barbaachisa ta'ee argamee galfataa kasaa gulaali. yammuu galfataa kasaa fooyyessittu, galfataa kasaa korkoddii galmee keessaa osoo hintaanee, kasaa keessatti barruu haaraa qoofattu mulattaa. Fakkeenyaaf, kasaa ajaja kana waliin "Bu'uura, akasuumaas waliigala ilaalii" saagu ni dandeessa.
Furtuu 1ffaa
Kasaa sadarkaa hedduu uumuuf, Sadarkaa galfataa kasaa jalqabaaf maqaa barreessi, ykn tarree irraa maqaa fili. galfatii kasaa ammaa maqaa kana gadiitti ida'ateera.
Furtuu 2ffaa
Sadarkaa galfataa kasaa lammataaf maqaa barreessi, ykn tarree irraa maqaa fili. Galfatii kasaa ammaa maqaa kana gadiitti ida'ameera.
Sadarkaa
Changes the outline level of a table of contents entry.
Haqi
Galfataa filatamee kasaa irraa haqa. Galfatii barruu galmee keessaa hin haqamne.
Dhuma xiyyaa gara bitaatti
Jumps to the first index entry of the same type in the document.
Dhuma xiyyaa gara bitaatti
Dhuma xiyyaa mirgatti
Jumps to the last index entry of the same type in the document.
Dhuma xiyyaa mirgatti
Xiyya mirgatti
Jumps to the previous index entry of the same type in the document.
Xiyya Bitaa
Xiyya mirgatti
Jumps to the next index entry of the same type in the document.
Xiyya Mirga
Galafatoota kasaattiKabala Naanna'iinsaa waliin atattaammaan utaaluu ni dandeessa.