Miiljaloota/Ibsadabalataa

Korkoddii miiljalee yk Ibsadabalataa filataamee gulaala. Duura miiljalee ykn Ibsadabalataa cuqaasitii isa booda ajaja kana filadhu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gulaali - Miiljaleewwan filadhu


Miiljalee yk Ibsadabalataa kan barruu gulaaluuf, Naannoo miiljalee fuula jala cuqaasi, yk dhumaa galmee cuqaasi.

note

To quickly jump to the footnote or endnote text, click the anchor for note in the document. You can also position the cursor in front of or behind the marker, and then press +Shift+PgDn. To jump back to the anchor for the note, press PgUp.


Lakkaawwii

Miiljalee yk Ibsadabalataa Akaakuu lakkaawwii fili.

Ofnaa

Miiljalee fi ibsadabalataa ati saagdetti ufmaan lakkoofsoota tarree ramada. Lakkaawwii ufmaaf ijaarsa jijjiiruu yoo barbaadde, Meeshaalee - Miiljaloota/Ibsadabalataa.

Arfii

Choose this option to define a character or symbol for the current footnote. This can be either a letter, number or special character.

Choose

Akka korkoddii miiljalee yk ibsadabalataatti Arfiiwwan Addayaa saaga.

tip

To change the format of a footnote or endnote anchor or text, select it, and then choose Format - Character. You can press to open the Styles window and modify the footnote or endnote paragraph style.


Akaakuu

Akaakuu yaadannoo, jechuun miiljalee yk ibsadabalataa saaguuf barbaaddu fili. Miiljaleen jala fuula ammaatti yammuu galu, ibsii dabalataa immoo dhuma galmeetti gala.

Miiljalee

Ibsadabalataa miiljaleetti jijjiira.

Ibsadabalataa

Miiljalee ibsadabalataatti jijjiira.

Bitaa xiyyaa

Galmicha keessaa gara korkoddii miiljalee yk ibsadabalataa duraaniiti siqsa.

Icon Previous footnote

Miiljalee duraanii

Mirga xiyyaa

Galmicha keessaa gara korkoddii miiljalee yk ibsadabalataa itti aanantii siqsa.

Icon Next footnote

Miiljalee itti aanuu

Please support us!