Galfata Moorquusa Gulaali
Edits the selected bibliography entry.
Galfata
Maqaa gabaabaa
Galfata Moorquusaf gabaabbiilee agarsiisa.
Barreessaa, Mataduree
Galfata moorquusaa keessatti oddeeffannoo jiraniif barreessaaf mataduree mul'isa.
Fayyadami
Jijjiirama ati goote hojii irra erga olchee booda, qaaqa Galfata Moorquusaa Gulaali cufa.
Cufi
Qaaqa cufa.
Haaraa
Iddoo galfata haaraa itti uumuu danddesu siif bana akkasuumaas, qaaqaGalfata Moorquusa Qindeessi bana.
Gulaali
Iddoo galfata ammaa itti gulaaluu dandeesu siif bana akkasuumas, qaaqaGalfata Moorquusa Qindeessi bana.