BarruuUfmaa Maqaa jijjiiri

Maqaa galfata BarruuUfmaa jijjiiruu siif hayyama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gulaali - BarruuUfmaa - BarruuUfmaa - MaqaaJijjiiri filadhu


Maqaa

Maalimaa maqaa BarruuUfmaa ammaa kan filataamee agarsiisa.

Haaraa

Maqaa haaraa qaama BarruuUfmaaf filataamee barreessi.

Qaxxaamura

Galafata BarruuUfmaa filataameef qaxxaamura ramada.

Please support us!