BarruuUfmaa

BarruuUfmaa uumaa, gulaala, saaga. Akka BarruuUfmaatti barruu dhangeeffame, barruu saxaatoo waliin, gabateewwan fi dirreewwan kuusuu ni dandeessa. Atattammaan BarruuUfmaa saaguuf, BarruuUfmaa galmee kee keessatiif qaxxaamura barreessiitii, kana booda F3 dhiibi.

tip

Akkasuumas, xiyya BarruuUfmaa saajootti Saagi irra cuqaasitii, kana booda, BarruuUfmaa issa saaguuf barbaaddu filadhu.


Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Gulaali - BarruuUfmaa filadhu

From the tabbed interface:

Choose Insert - AutoText.

On the Insert menu of the Insert tab, choose AutoText.

From toolbars:

Icon AutoText

BarruuUfmaa

From the keyboard:

+ F3


BarruuUfmaa Fayyadamuu

BarruuUfmaa

Qaaqni kun BarruuUfmaaAkaakuuf galfatoota BarruuUfmaa tarreessa.

Yaddachiisan agarsiissaa maqaa, yammuu barreessiitu akka yaddaati

Displays a suggestion for completing a word as a Help Tip after you type the first three letters of a word that matches an AutoText entry. To accept the suggestion, press Enter. If more than one AutoText entry matches the letters that you type, press +Tab to advance through the entries. For example, to insert dummy text, type "Dum", and then press Enter.

To display the list in reverse order, press +Shift+Tab.

Maqaa

Maqaa galfata BarruuUfmaa ammaa filataamanii tarreesa. Yoo galmee keessaa barruu filattee, qabduu BarruuUfmaa cuqaasitii, kana booda Haaraafiladhu.

Qaxxaamura

Qaxxaamura galfata BarruuUfmaa filataamaniif agarsiisa. Yoo galfata BarruuUfmaa haaraa uumaa jirta tahe, galfataaf qaxxaamura fayyadamuu barbaaddu barreessi.

Sanduuqa tarree

Akaakuuwwan BarruuUfmaa tarreesa. Akaakuu keessaa galiinsa BarruuUfmaa Mul'isuuf, Akaakuu irra yk fuuldura Akaakuutii mallattoo idaatii (+) lama cuqaasi. Galmee ammaa keessatti galfata BarruuUfmaa saaguuf, tarree keessaa galfata filadhuutii, kana booda, Saagi irra cuqaasi.

tip

Galfatoota BarruuUfmaa tarree tokkoo irraa gara taree birraatti harkistee kaa'u ni dandesa.


Saagi

BarruuUfmaa filatame gallimee ammaatti galcha.

note

Kewwattaa keessatti galfata BarruuUfmaa hin dhangi'amne yoo saagde, galfatii haalataa kewwattaa ammaatiin dhangi'ama.


Cufi

Qaaqa cufee jijjiiramoota mara ol kaa'a.

BarruuUfmaa

Ajajoota BarruuUfmaa dabalataa agarsiisuuf, fakkeenyaaf, filaannoo barruu galmee ammaa keessatti galfata BarruuUfmaa haaraa uumuuf cuqaasi.

Haaraa

Filannoo atti galmee ammaa keessatti goote irraa galfata BarruuUfmaa haaraa uuma. Galfatii kuniis Akaakuu BarruuUfmaa amma filatamaan irraatti ida'aama. Ajaja kana arguu kee dura, maqaa saagi.

Haaraa (barru qofaaf)

Creates a new AutoText entry only from the text in the selection that you made in the current document. Graphics, tables and other objects are not included. You must first enter a name before you see this command.

Garagalchi

BarruuUfmaa filatame gabatee muraatti garagalcha.

Bakkabuusi

Qabeentaa galfata BarruuUfmaa filatamee, galmee ammaa keessatti filaannoo ta'een bakkabuusa.

Maqaa jijjiiri

Qaaqa, BarruuUfmaa Maqaa Jijjiiri iddoo galfata BarruuUfmaa filatameef maqaa itti jijjiiruu dandeessu bana.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Gulaali

Galmee addaa keessatti galfata BarruuUfmaa filatamee gulaaluuf bana, akkasumaas, jijjirami akka ta'uu barabaaduuf, Faayilii - BarruuUfmaa Olkaa'i filadhuutii, kana booda, Faayilii - Cufifiladhu.

Maakroo

Qaaqa, Maakroo Rammadii iddoo galfata BarruuUfmaa filatameetti maakroo itti milteesituu bana.

Galfatoota BarruUfmaa isa ati uumte keessatti, maakroowwan warra galfatoota BarruUfmaa kenname wal qabatan fayyadamuu dandeessa. Galfatoota BarruUfmaa kan uumamuu, dirqala "barruu qofa" qofa. Fakkeenyaaf, galfata BarruUfmaa keessatti <field:company> diraa saagitii, kana booda diraa LibreOffice qabeentota dirree kuusdeetaa wal fakkaataniin bakka buusa.

Alaagi

Opens a dialog where you can select the 97/2000/XP Word document or template, containing the AutoText entries that you want to import.

Akaakuuwwan

Akaakuuwwan BarruuUfmaa Ida'aa, maqaa jijjiira, yk BarruuUfmaaor haqa.

Akaakuuwwan Gulaali

Akaakuuwwan BarruuUfmaa Ida'aa, maqaa jijjiira, yk BarruuUfmaaor haqa.

Garsuu

Maqaa Akaakuu Barruu Ufmaa filatame agarsiisa. Maqaa Akaakuu jijjiiruuf, maqaa haaraa barreessiitti Maqaa Jijjiiriirra cuqaasi. Maqaa haaraa uummuf, maqaa barreessiitii Haaraairra cuqaasi.

Xurree

Xurree ammaa isa galeeloo faayiloonni Akaakuu Barruu Ufmaa keessatti kuufamanii agarsiisa. Yoo Akaakuu Barruu Ufmaa tokko uumuu feete, Akaakuu faayiloota kanaa bakka itti kuusuu barbaaddu filadhu.

Haaraa

Akaakuu Barruu Ufmaa haaraa sanduuqa keessaa Maqaakeessa galfate fayyadamuun.

Maqaa jijjiiri

Maqaa Akaakuu BarruuUfmaa filataamee keessaa, gara Maqaa sanduuqa galfatatti jijjiira.

Tarree filannoo

Akaakuuwwan BarruuUfmaa jirraaf xurreewwan walgittaan tarreessa.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa osoo hin barbaadiin haqa.

Xurree

Qaaqa kanaGulaalii Xurree akka BarruuUfmaa kuufachuuf galeeloo filachuu dandeessu siif bana.

Galeeloo BarruuUfmaa tti xurree haaraa ida'uuf, qabduu Xurreeqaaqa BarruuUfmaa keessaa cuqaasi.

Geessituu walfakatan irraatti olkaa'i

Galeeloo BarruuUfmaatti geessituuwwan saagaa akka karraa LibreOffice siif qindeessuuf iddoo kana fayyadami.

Sirna faayilii

Geessituuwwan gara galeeloo BarruuUfmaa kompitaroota kee irraa walfakkaatuu.

Intarneetii

Geessituuwwan gara faayiloota interneetii irraa walfakkaatuu.

Please support us!