Naanna'iinsa

Nanna'aa yk mirga gadii kan foddaa galmee keessaa, saajo kana yoo cuqaastee, galmee keessaa kamshaa galteewwan keessaa filachuu sidndeesiissuutu mul'atta. Kana boodaa, saajolee xiyya oliif gadii fayyadamtee gara qubannoo qaree barruu galtee duranii yk itti aanuu irraa, galmee keessaa fayyadamuu nidandeessa.

Gara fuula yk wantaa duraanitti maruuf qabduu olii cuqaasi.

Gara fuula yk wantaa duraanitti maruuf qabduu gadii cuqaasi.

Duraantoon, galfata kabiirroo hamma ati hinfilaaneetti, qabduuleen xiyyaa gara fuulaa durraanii yk itti aanuu galmee keessatti utaala. Fuuloota keessaa yammuu sakattaatuu, qabduuleen xiyyaa gurraacha ta'a, wantaa kabiirrootti yammuu utaaltuu immoo cuquliisa ta'a.

The entries largely correspond to those in the Navigator selection box. You can also select other jump destinations. An example are the reminders, which you can set with the Set Reminder icon in the Navigator. You can select an object from among the following options on the Navigation toolbar: table, frame, graphics, OLE object, page, headings, reminder, drawing object, control field, section, bookmark, selection, footnote, note, index entry, table formula, wrong table formula.

Reminders are navigated in the order in which they are set.

Formulaawwan(unkulaawwan) gabateef, gara formulaawwan gabatee mara galmee keessatti qubattani ykn gara dogoggoraa ta'aan qofatti utaaluu nidandeessa. Formulaawwan dogoggoraaf, formulaawwan wara dogoggoraa uumanii qofatti utaalta. Sagantaan formulaawwan wara dogoggoraa uumani dhiisa (formulaawwan dogoggoraa wabii ta'aan).

Kamshaa Naanna'insa Waliin Hojeechu

Open the Navigation toolbar by clicking on its top left icon located on the top of the Navigator display area. You can break the toolbar away from its place by dragging and arranging it on the screen.

Akaakuu wantaalee wara keessa sakattaa'uu barbaaddu sajoo issa cuqaasi. kana bodda qabdoota xiyya "Wanta Durraanii" ykn "Wanta Itti aanuu" tokkoon saani cuqaasi. Maqaawwanii xiyyoota kanaa Akaakuu wanta filattee eera. Qareen barruu wanta filatte irra ta'uu nidanda'a.

Sajoo Qaxxee

Naanna'insa galmee keessaaf, fedhiilee gooree akka LibreOffice qindeessuu nidandeessa. Kana gochuuf, Meeshaalee - Qindaa'ina filadhu. Gabatee addaa addaa baafatoota, naqa gabatee cuqoo amanfachuu yk Kamshaaleen, galmee isa dugdoo "Naanna'a" jala keessatti nanaaneesuuf dalagalee hedduu of keessaa qabu. Akaataa kanaan, dalagalee "Gara Iyyaatoo Kaasa Ittaanaa/Duraanii" fayyadamuudhaan gara iyyaatoo kasaatti utaaluu nidandeessa.


Barbaadi Irra deebi'i

Sajoo Barbaadi irradeebi'i waliin kamshaa Naanna'insa irraa barbaachaa eegaltte qaaqa Barbaadi fi Irradeebi'i dhan irradeebi'u nidandeessa. kana gochuuf, sajoocha cuqaasi. Qabduulee xiyyaa cuquliisii issa kabala marfataa sarjaa irra jiru ammaa dalaga Barbaacha fuulduratti itti fufi and Barbaacha duubaatti itti fufi fudhachu jalqaba. Yoo amma diriirtoo xiyyaa tokko cuqaastee, barbaachii jecha qaaqa Barbaadi fi Bakkabuusi saagameef itti fufa

Please support us!