Makiinsa Ergannoo

The Mail Merge dialog helps you in printing and saving form letters.

Ajaja kana bira gahuuf...

Yoo xinnaatte teessoo dirree kuusdeetaa tokko galmee barruu tokko keessatti saagi. Gaafii akka xalaayyan unka maxxansuu barbaadduuf "Ya" deebiisi.


Yamuu maxxansuu, odeeffannoon kuusadeetaa, dirreewwan kuusadeetaa walsimaaniin bakka buusa (iddooqoota). Dirreewwan kuusadeetaa saaguuf odeeffannoo itti dabaalataaf, caancala Kuusa Deetaa jala fuulaa, Saagi - Dirree - Kabirroo wabeefadhu.

kuusaawwan

Unka xalayoota kee gara maxxansaatti yk faayilii irratti olkaa'amuu sanii murteesaa.Xalayyaan tokkoon kuusaf maxxansama.

Mara

Kuusaawwan mara kuusadeetaa irraa hojeeta.

kuusaawwan filataman

Kuusaawwan malata'ee qofa kuusadeetaa irraa hojeeta. Dirqala kun kan jiraachu danda'uu yoo duraan kuusadeetaa keessatti qaabarreess barbaachisuu mallatteesite qofa.

Irraa:

Specify the number of the first record to be printed.

Gara:

Specify the number of the last record to be printed.

Bahaa

Unka xalayoota kee gara maxxansaatti yk faayilii irratti olkaa'amuu sanii murteesaa.

Maxxansituu

Unka xalayoota maxxansa.

Faayilii

Unka xalayoota faayiloota keessatti olkaa'a.

Save as single document

Create one big document containing all data records.

Save as individual documents

Create one document for every one data record.

Generate file name from database

Generate each file name from data contained in a database.

Field

Uses the content of the selected database field as the file name for the form letter.

Xurree

Unka xalayoota kuusuuf xurree ifteessa.

...

Qaaqa Xurree Filadhu bana.

File format

Select the file format to store the resulting document.

Gargaartuu Makiinsa Ergannoo

Starts the Mail Merge Wizard to create form letters or send email messages to many recipients.

Please support us!