LibreOffice 7.1 Help
Kabalii Meeshaalee dalagaawwan yeroo hedduu fayyadu of keessaa qaba.
Foormulaa madaallii agarsiisa 25% n dabali. Madaalliin guddisuu kabala haalojiirratti ni agarsiifama. Madaallii baafataa halqara kabala haalojii keessa jiru irra jijjiiru ni dandeessa. Baafatni halqara bakka hojii dirqala guddisuus of keessa qaba.
Foormulaa madallii agarsiisa 25% n hir'isi. Madaalliin guddisuu kabala haalojiirratti ni agarsiifama. Madaallii baafata halqara kabali haalojii kessa jiru irra jijjiiru ni dandeessa. Baafatni halqara bakka hojii filannoo guddisuus of keessa qaba.
Displays the entire formula in the maximum size possible so that all elements are included. The formula is reduced or enlarged so that all formula elements can be displayed in the work area. The current zoom factor is displayed on the status bar. A selection of available zoom options is accessible through the context menu. The context menu in the work area also contains zoom commands. The zoom commands and icons are only available in Math documents, not for embedded Math objects.
Ajajni kun foormulaa galmee foddaa keessa jiru ni haaroomsa.
Jijjiraamni foddaa Ajaja keessa ofumaan kan haaromsu yoo Haaromsi Mul'annoo ofumaani kakaasamera ta'e dha.
Qaree Foormulaa banuu ykn dhaamsuf sajoo kabala Meeshaale irra fayyadami. Kutaa foormulaa foddaa Ajaja keessa bakkii qareen qubachiifamte yemmuu qareen foormulaa ka'aa ta'u handaara qalloon mallatteefama.
Opens the Symbols dialog, in which you can select a symbol to insert in the formula.