Kamshaalee

Toolbarruun durtii kan mul'atuu. yammuu galmee foormulaa kakaa'aa Herreegduu LibreOffice keessatti bakka kanatti ibsame waliin hojeetuudha. Toolbarruuwwanii akka fedhii kee siif guutaniif sajoowwan haaraa siqsuun, haquun, ykn ida'uun maamileesuu nidandeessa

Kabala Durtii

Kabalichi Durtii fayyadama LibreOffice hundumaa keessatti argama.

Kabala Meeshaalee

The Tools bar contains frequently used functions of LibreOffice Math.

Kabala Haalojii

Kabalii haalojii odeefannoo waa'ee galmee ka'aa mul'isa.

Please support us!

Please support us!